MAHI General Contractor PLC pirojektii lammaffaa, gamoo daldalaa G+6, Magaala Adamaatti hojjechaa kan jiru yoo ta’u, qulqullina hojii dursa kennuu isaaniiti. "Filannoo keessan isa jalqabaa godhaa" – Kontiraaktara Waliigalaa MAHI. Odeeffannoo dabalataaf link marsariitii keenyaa https://mahi277con.blogspot.com/ tiin nu qunnamaa.









Comments

Popular posts from this blog

MAHI GENERAL CONTRACTOR PLC

Mahi General Contractor PLC